Akka saba Waaqayyoo maqaa Kiristoos baatutti jiraachuuf.


Ergaa: Lewwoota (18:1–5) 19:9–18
Faarfannaa 41; Qolosaayis 1:1–14; Luqaas 10:25–37

“Waaqayyo Museetti akkana jedhe, 2 “Saba Israa’elitti dubbadhuutii, “Ani Waaqayyo Waaqayyo kee ti!” 3Akka isaan biyya Gibxii keessa jiraattan keessatti godhan hin godhinaa, akka isaan biyya Kana’aan isa ani Continue reading

Guddisa Ijoollee: Aadaa, Amantii, fi Qor-Qalbii.  Baahiru Bayyisa

Namni sammuu fi qalbiin issaa nageenya qabuu hundi ijoollee ofii ni jaallata; ni mararsiifatas. Dhiigii ofi nama ta’ee arguun, yookaniis “ija ofii ijaan arguun” gammachuu dangaa hinqabne akka namaaf kennu abbaa fi haatii ijoollee gaarii godhanii beeku.
Keessattuu haatii mucaa Continue reading

Aari fi dheekkamsaa maali, Sagaleen Waaqayyoo maal nu gorsa?

“Namni gowwaan, yaada aarii garaa isaatii hundumaa in dubata, namni ogeessi garu in obsa, of qabaas in dubbata” Fk. 29:11.
Ergaa gabaabaa yeroo fannifamuu fi du’aa ka’uu ilaalchisee, kessaa iyyuu madda aarii isa gooftaa Yesuusiin fannisiise.
Yeroo waa’ee firdii fi Continue reading

Ibsaa Kee Ol Kaasii Ibsadhuu

“Namoonni hojii kee isa gaarii arganii abbaa keessan isa Waaqa irraaf ulfina akka kennaniif ifni keessan akkuma kanatti namoota duratti haa’ifu!”
Mat. 5:16

Nuti ijoollee tasaa miti

Waaqayyo akeekaan jireenya biyya lafaa kana keessa nu kaa’e. Jireenyi ilma namaa tasa Continue reading

Jireenya Maatii Kiristiyaanaa

Maatii Kiristiyaanaa jechuun maal jechuudha? Maatii warra kan biraatti maaltu adda baasa? Maatin Kirsityaanaa maati Waaqayyooti, fayyinaa fi araara Waaqayyo jala ka jiraattan fi deddebi’anii dha. (Ef. 2: 19) Warra, biyyaa lafaa, qulqullinaa fi araara Waaqayyoo jala hin jiranne hundumaa Continue reading

Ergamaan Paulos yeroo waa’ee akeeka Waaqayyo fuula keenya dura kaa’e bira ka’uuf ka gochuun nu irra jiru dubbatu ergaa isaa gara warra Filiphisiiyus kessatti akka jedha: “Obboloota ko ani akka nama harka isaa keessa isa galfatetti of hin lakkaa’u. Hata’u Continue reading

Guddisa Ijoollee: Aadaa, Amantii, fi Qor-Qalbii

Namni sammuu fi qalbiin issaa nageenya qabuu hundi ijoollee ofii ni jaallata; ni mararsiifatas. Dhiigii ofi nama ta’ee arguun, yookaniis “ija ofii ijaan arguun” gammachuu dangaa hinqabne akka namaaf kennu abbaa fi haatii ijoollee gaarii godhanii beeku.

Continue reading
Aari fi Dheekkamsaa maali, Sagaleen Waaqayyoo Maal Nu Gorsa?

“Namni gowwaan, yaada aarii garaa isaatii hundumaa in dubata, namni ogeessi garu in obsa, of qabaas in dubbata” Fk. 29:11.

Ergaa gabaabaa yeroo fannifamuu fi du’aa ka’uu ilaalchisee, kessaa iyyuu madda aarii isa gooftaa Yesuusiin fannisiise.
Yeroo waa’ee firdii fi du’atti dabarfamee kennamuu Yesuus Kiristoos Wangeela kessatti dubbifanu, waanta gurguddaa lamatu seenaa sana keessa mul’ata. Aarii geggessitoota amantii, akkasumas saba isaan duuka jiranii fi soda warra aangoo qabanii ti.

Continue reading
Waqayyoof Waanti Hin Danda’amne Hin Jiru

Yeroonn gooftaan Kenya Yesuus Kiristoos dhalatee, seenaa saba Isreal Kessaatti yeroon sun yeroo dukana’aa ture. Yerichii yeroo geggessitoonni amantii manaa Waaqayyoo kan dhimmaa angoo namaa tajaajiluu fi albadhuummaan guute, yeroo sabbi Israa’el ayyaana Waqayyoon jiraachuu fi fedha Waaqayyoo jalalaa fi marara garaa guutuu tajaajiluu dhiisee amantii seeraa kan soda fi fedha qalbii nama tajaajilu duukaa bu’ee ture.

Continue reading