Guddisa Ijoollee: Aadaa, Amantii, fi Qor-Qalbii.  Baahiru Bayyisa

Namni sammuu fi qalbiin issaa nageenya qabuu hundi ijoollee ofii ni jaallata; ni mararsiifatas. Dhiigii ofi nama ta’ee arguun, yookaniis “ija ofii ijaan arguun” gammachuu dangaa hinqabne akka namaaf kennu abbaa fi haatii ijoollee gaarii godhanii beeku.
Keessattuu haatii mucaa Continue reading →

Aari fi dheekkamsaa maali, Sagaleen Waaqayyoo maal nu gorsa?

“Namni gowwaan, yaada aarii garaa isaatii hundumaa in dubata, namni ogeessi garu in obsa, of qabaas in dubbata” Fk. 29:11.
Ergaa gabaabaa yeroo fannifamuu fi du’aa ka’uu ilaalchisee, kessaa iyyuu madda aarii isa gooftaa Yesuusiin fannisiise.
Yeroo waa’ee firdii fi Continue reading →

Jireenya Maatii Kiristiyaanaa

Maatii Kiristiyaanaa jechuun maal jechuudha? Maatii warra kan biraatti maaltu adda baasa? Maatin Kirsityaanaa maati Waaqayyooti, fayyinaa fi araara Waaqayyo jala ka jiraattan fi deddebi’anii dha. (Ef. 2: 19) Warra, biyyaa lafaa, qulqullinaa fi araara Waaqayyoo jala hin jiranne hundumaa Continue reading →

Guddisa Ijoollee: Aadaa, Amantii, fi Qor-Qalbii

Namni sammuu fi qalbiin issaa nageenya qabuu hundi ijoollee ofii ni jaallata; ni mararsiifatas. Dhiigii ofi nama ta’ee arguun, yookaniis “ija ofii ijaan arguun” gammachuu dangaa hinqabne akka namaaf kennu abbaa fi haatii ijoollee gaarii godhanii beeku.

Continue reading →
Jireenya Maatii Kiristiyaanaa

Maatii Kiristiyaanaa jechuun maal jechuudha? Maatii warra kan biraatti maaltu adda baasa? Maatin Kirsityaanaa maati Waaqayyooti, fayyinaa fi araara Waaqayyo jala ka jiraattan fi deddebi’anii dha. (Ef. 2: 19) Warra, biyyaa lafaa, qulqullinaa fi araara Waaqayyoo jala hin jiranne hundumaa irra adda. Tarii maatiin kiristiyaanaa eenyu jenna ta’a.

Continue reading →