“Namni gowwaan, yaada aarii garaa isaatii hundumaa in dubata, namni ogeessi garu in obsa, of qabaas in dubbata” Fk. 29:11.
Ergaa gabaabaa yeroo fannifamuu fi du’aa ka’uu ilaalchisee, kessaa iyyuu madda aarii isa gooftaa Yesuusiin fannisiise.
Yeroo waa’ee firdii fi Continue reading →
Ergamaan Paulos yeroo waa’ee akeeka Waaqayyo fuula keenya dura kaa’e bira ka’uuf ka gochuun nu irra jiru dubbatu ergaa isaa gara warra Filiphisiiyus kessatti akka jedha: “Obboloota ko ani akka nama harka isaa keessa isa galfatetti of hin lakkaa’u. Hata’u Continue reading →