Guddisa Ijoollee: Aadaa, Amantii, fi Qor-Qalbii.  Baahiru Bayyisa

Namni sammuu fi qalbiin issaa nageenya qabuu hundi ijoollee ofii ni jaallata; ni mararsiifatas. Dhiigii ofi nama ta’ee arguun, yookaniis “ija ofii ijaan arguun” gammachuu dangaa hinqabne akka namaaf kennu abbaa fi haatii ijoollee gaarii godhanii beeku.
Keessattuu haatii mucaa Continue reading →

Aari fi dheekkamsaa maali, Sagaleen Waaqayyoo maal nu gorsa?

“Namni gowwaan, yaada aarii garaa isaatii hundumaa in dubata, namni ogeessi garu in obsa, of qabaas in dubbata” Fk. 29:11.
Ergaa gabaabaa yeroo fannifamuu fi du’aa ka’uu ilaalchisee, kessaa iyyuu madda aarii isa gooftaa Yesuusiin fannisiise.
Yeroo waa’ee firdii fi Continue reading →