Bifa mishaa fi bareedaa ta'een fedhaa barruulee kan akka barrii (News Letter), ofbeeksisa (brochure), fi beeksisa garaa garaa tolchuun isin tajaajiluu qophiidha. ---------------------- Arts help ministries of all sizes and churches to convey their message with professionally design brochure & cards ,flyers, web advertisements and newsletters.
Ta'a garaa garaa kan akka tajaajilaa barsiisa addaa fi waaroo hafuuraa karaa interneetii dabarsuuf (Live Streaming) yoo nuqunamtan isin tajaajiluu dandeenya. Sagantaa Waaqefannaa dilbataa ta'e tajaajila addaa waldaa keessan irra dabartanii amantoota kumaan lakkaa'am tajaajiluu dandeessu. Yoo nu qunnamtan isa kana akka ta'utti isiniif sirreessuu dandeenya.
'Webpage' akka fedhaa fi tajaajila keessaniitti tolchuu, keessumsiisuu, akkasumas to'achuu dandeenya. Ogeeyyotta fedhaa Waldaa Kiristiyaanaa hubatanii fi afaan keessan hasa'aniin tajaajilamtu. ----------------------------- As a complete web solutions ministry we are engaged in creating web sites that catch attention of your potential audience, ignite their interest in your service and ministry etc,