Tessoon Keenyaa kan argamuu biyya Kaaba Amerikaa, Los Angeles yoo ta'e iyyuu tajaajila isin barbaaddan kenuuf fageenyi nu hin danqu. Kanaaf tajaajila laannu kanaaf kan gaafii qabdan yookaan dhimma ba'uu dandeessan yeroo kamu nu qunnamuu dandeessu.
BIRMADUU GOSPELMEDIA & PUBLICATION P.O. BOX 36404 Los Angeles, CA 90036 Tel. 714-881-3528 Fax: 866-744-0241