BIRMADUU MEDIA
SUBQUUNAMTII BIRMADUU
2009 © Birmaduu Gospel Media and Publication

Qubqabsiis Wangeelaa tajaajila Sabquunamtii Wangeelaa fi Horgabarruu Afaan Oromoo ti. Tajaajila tamsaasa Wangeelaa utubuuf, akkasumas tajaajila tamsaasa wangeelaa irratti bobaanii ka jiraan fedha isaanii ka akkaa sabquunamtii barrii (News Letter), barruulee, video, 'internet-radio', giraafika garaa garaa fi postera tolchuun tajaajila isaanii aangessuufi. Meeshaan sabquunamtii jabanaa tajaajila Wangeelaaf haalaa mijataa fi ol annaa banee kana bifa misha taa'een Waldootii fi tajaajiltooti Wangeelaa itti dhimma akka itt ba'uu danda'an mijeessuun kaayyoo keenya isa ol aanaa dha. Tajaajila kan kan feetan yookaan gaafii kan qabdan teessoo keenya kan gad argamuun nu quunnamuu dandeessu.


BIRMADUU GOSPELMEDIA & PUBLICATION
P.O. BOX 36404
Los Angeles, CA 90036
Tel. 714-881-3528
Fax: 866-744-0241