BIRMADUU MEDIA
SUBQUUNAMTII BIRMADUU
2009 © Birmaduu Gospel Media and Publication
Tajaajilli sabquunamtii Wangeelaa fi Hogbarruu wangeelaa Birmaduu baatii sadi sadiin kan maxxanfamu barruulee 'BIRMADUU' afaan oromoon maxxansa. Maxxansi kun tajaajila utuba tamsaasa wangeelaa Afaan Oromoo goonu keessaa isa tokko.
Dhimmi keenyaa amantootaa fi Waldoota Kirisitiyaanaa kan hojii baballisaa wangeelee irratti boba'anii jiran karaa tolcha 'webpage', 'Live Video streaming' akkasumas tolchaa girafikaa fi postera garaa garaa tajaajiluu dha. Tajaajila kana kan feetan 7/24 nu qunnamuu dandeessu.
Kaayoon keenya tamsaasa Wangeela Kiristoos karaa subquunamtii (Media) akkasumas bifa hogbarruun jajjabeesuu fi utubuu dha. Keessaa iyyuu meeshaa sabquunamtii wangeelaa Afaan Oromoo karaa interneti bifaa misha ta'een jabeesuu dha
TAJAAJILA
BIRMADUU
KAAYYOO